Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa

Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa

by Nesru Hassen Koroso
Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa

Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa

by Nesru Hassen Koroso

eBook

$6.49  $7.00 Save 7% Current price is $6.49, Original price is $7. You Save 7%.

Available on Compatible NOOK Devices and the free NOOK Apps.
WANT A NOOK?  Explore Now

Related collections and offers


Overview

Siyaasa Oromoo is about Oromo politics and history. It covers important issues of Oromo history and politics. It is about how and why the Oromo nation fell under different tyrannical regimes for over a century. The book also emphasises the role of unity, organisation and leadership in the successes the Oromo have achieved in the past and their role in sustaining the gains made.

The book is written in Afan Oromo (Oromo language). Its main purpose is to improve the Qubee generation's understanding of Oromo politics and history. To create a knowledgeable and well-informed generation, this book has a lot to offer.

*** Afaan Oromoo***

Mooraa Oromoo keessatti siyaasni mataduree waan hedduu ta'us, hanqinni bilchinnaa fi hubannoo siyaasaa jiraachuun isaa bifa garagaraatiin mul'ataa tureera. Namni heddu gabaa siyaasaa keessaa qooda fudhachuuf kan yaalu harka duwwaa ykn siyaasa bargoo qabateeti. Haala kana keessatti waan dubbii hin taanetu walnama mormisiisa. Waan qeeqaaf hin malletu walnama ficcisiisa. Dhimma sa'aa tokkotti xumuramuu maletu halkan guutu nama teessisa. Maddi rakkoo, inni ijoon, hir'inna hubannoo siyaasa Oromoo duumesseedha. Hubannoo gayaa qabaachuun siyaasa bilchaataa, abshaalaa fi moo'ataa geggeessuuf murteessaadha. Duruunfatanii fiiguun, miiraan gugatuun, waan qaban harcaasutti yoo hin taanee injifannoo caalutti nama geessuun isaa mamsiisaadha. Ummanni hubannoon maletti dirree siyaasaa seenu farda namootaa ykn daboo hooganootaa ta'a: kan abbaan fedhe yaabbatu ykn meeshaa itti fe'atu. Siyaasni hubannoo gayaan maletti borcaadha. Kan haasayu walhinhubatu. Mariin taasifamu firii hin qabaatu.Yeroo tokko tokko hubannoo fi bilchinna siyaasaa dhabaaf tarsiimoon baafamu walharkatti qabama; yaadni hayyootaa fi hoogganootaa wacaan haguuggama. Ilaalchaa fi tooftaan hayyootaa isa namota miiraan gugataniin butamaa turuun isaa hudhaa qabsoo ta'aa tureera.

Kaayyoon kitaaba kanaa hubannoo fi beekumsa ummanni keenya siyaasaa fi seenaa irratti qabu gabbisuu, siyaasa Oromoo siyaasa beekumsa irratti hundaaye taasisuudha. Gama kana dhugoomsuutiin kitaabni kun waan gumaachu heddu qaba. Dubbisaa.


Product Details

ISBN-13: 9781790902477
Publisher: Primedia E-launch LLC
Publication date: 03/27/2019
Sold by: Barnes & Noble
Format: eBook
Pages: 978
File size: 942 KB
Language: Oromo

About the Author

Nesru Hassen Koroso (PhD) is a researcher, information specialist, human rights activist, blogger and community organiser. His research focuses on urban management, urbanisation, institutions, land administration, land market, GIS and remote sensing, data analysis, etc. He is based in Amsterdam, The Netherlands.
From the B&N Reads Blog

Customer Reviews